Ani Oromoo , Biyyii koo Oromiyaan Ni Bilisoomtii!!!

 

 

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

 

Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo – United Kingdom: Bolton/Manchester (Ebla/April 27, 2014)

 Guyyaan yaadannoo Gootota Oromoo bara 2014 Biyya UK gaafa Dilbata, Ebla 27, 2014, magaalaa Bolton (Manchester) keessatti qophaawee jira. Orommoo fi firoottan Oromoo biyya UK fi naannootti argamtan akka dhuftanii guyyaa seena qabeessa kana waliin yaadannu kabjaan isin afeerra.

Sagantaan qophii guyyaa itti fufee galgalli bashannanaa ni jiraata. Warra fagoo irraa dhuftanii bakka bultii feetaniif ummata Oromoo naannoo Bolton fi Manchester jiraatan akka isin keessumsiisuuf dandahan isin hubachiifna.

Guyyaa: Ebla (April) 27, 2014
Bakka: Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Sa’aatii: 1:00wb (pm) – 9:00wb (pm)

Koree Qindeessituu

———————————

OROMO MARTYRS’ DAY CELEBRATION – UNITED KINGDOM- BOLTON/ MANCHESTER (2014)

The 2014 Oromo Martyrs’ Day celebration (Guyyaa Gootota) is organised in the Bolton city of Manchester. The event will take place on Sunday, April, 27, 2014. Oromos and friends of Oromos in the UK and surrounding places are kindly invited to take part in this historic day.

After the mark of the day, there is an entertainment evening. For those who come from far places and need accommodation for the night, it may be provided by Oromo residents in Bolton and Manchester.

Date: April 27, 2014
Place: Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Time: 1:00pm – 9:00pm

The Organising Committee

 

Gadaa.com

 

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Tag Cloud

%d bloggers like this: