Ani Oromoo , Biyyii koo Oromiyaan Ni Bilisoomtii!!!

Gadaa.com
(Candlelight vigil to remember the Oromo students and civilians slain by the Ethiopian TPLF regime; Minneapolis – May 4, 2014)

Gadaa.com
(Candlelight vigil to remember the Oromo students and civilians slain by the Ethiopian TPLF regime; Seattle – May 4, 2014)

Gadaa.com
(Gochaa Abba irre Motummaa Wayyaanee ummata Oromoo irratti raawachaa jiru, mormudhaan tarkaanfii waloo fi hatattama fudhachuuf Marii waamame ture milkaawe jira. Qophiin kuni, akka aadaa Oromootti Ebbaa Jaarsoole Oromoon dungoo qabsiisuudhaafi yaadannoo Gotoota Oromoo nuf waregamnin jalqabame. Marii kana irratti namoota dhibban lakkawaaman kan argaman yemmu ta’u, bakka bu’oota Hawaasa Oromoo Berliin-HOB. ev fi Hawaasa Oromoo Munchen fi Nannoo-HOMN e.V, Murtii isaani ummataaf ibsani gaaffii ka’eefis deebi kennaniiru. Waluma galatti Hirira nagaa gaafa Caamsa 9, 2014tti geggeffamu ilaalchisanis haalli qindaawee akka jiru ibsame, hawaasonni biro fi Jaarmooli siyaasas misensoota isaani kan hirmaachisan ta’u isa akkasumas, Warri yakka kana ummata kenya irratti rawwatan haga Seeraan Gaafatamani murtii isaani argatanitti fi gaaffin Saba Oromoo deebii hamma argattutti utu giddutti hinkutiin qabsoo kana kessa hirmaachuuf waada galaniiru. Jarmooleen Siyaasaa Oromoos gargarummaa ilaalchaa siyaasaa qabaan dhiphiifataa diina irratti xiyeeffachuun akkataa dantaa ummataa Oromoo kabajchisuu fi tiksuu irratti garaa fuulduraa maarii bal’aa kan hawaasni keenyaa ifatti qoodaa irraa fudhaatuu akkaa yabboo(Forum)n tolfamuu hirmatoonii walgahii kanaa dhammatnii jiru. Tokkummaan Humna! – 03.05.2014 – Muenchen)

Gadaa.com
(Oromo Community in Munich, Germany; May 3, 2014)

(Photo: Oromo Diaspora in Minnesota – the largest community outside Oromia – met on Sunday, May 4, 2014, to discuss on how to best help Oromo Students’ #OromoProtests)

** More to Come – Stay Tuned **

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Tag Cloud

%d bloggers like this: