Ani Oromoo , Biyyii koo Oromiyaan Ni Bilisoomtii!!!

 

SAM_0307 SAM_0278

Guyyaan Aadaa Addunyaa 21/05/14 Tokkummaan Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman, haala oo’aadhaan ayyaaneffate, Kominiitiin Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman (TBHOY) waggaa waggaadhaan guyyaa aadaa Addunyaa Kana Kabajaa Ture Niyaadatama, Tahullee Ayyaanna bara (2014) haala addaa ta’een kabajame. Sababoota ayyaana baranaa adda taasisan keessa inni tokko fi hangafti, Aadaaleen Oromoo kan kutaa kudha tokkoo Uffataan Meedh…aganii, akkasumaas Soorata Aadaa Oromoo Kutaa hunddaa dhiheesuun, Baqattoota Biyya gara garaa Qophii kan irratti nuuwaliin hirmaachuudhaan kan baroottan dabree irraa addaa taasise!!

GALATOOMAA,

Waajjira Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman.

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Tag Cloud

%d bloggers like this: