Ani Oromoo , Biyyii koo Oromiyaan Ni Bilisoomtii!!!

Gallary

Suuraa uffataa aadaa keenyaa kan kutalee oromiyaa adda addaa

Comments on: "Gallary" (2)

  1. Baayyee gaariidha garuu yoom nama taanne biyyaa ofi bulchuu daandeenyaa kan nutti tabacha jiruu oromoodhuma hadhoo keenyaa akkam goona dhiroo mee falli isa mali

    • Galatoomi Gadaa! yoom namaa tanaa kan jettef nutii ammayyuu nama rabbii guutuu godhee nuu uumeera, nutuu diinaaf karaa saqee diina ijaa laftuu agarsiifnaan akkas yeroon bilisummaa keenyaa nuutti dheerattee…Anii akka oromoo tokkootti namnii hundumtuu bilisummaa ganamaa galgaala abdatuu kanaaf harkaa wal qabatee waan danda’uu ittii hirmaatee harkaan qabachuu qabaa..bilisumma namnii namaaf hin keennu yoo abbaan falmatee malee, dhiigan argamtii gatii kanfaluu gaafattii..kanaaf tokkomuu wal ijaaruu gamtaan taee akka dhuunfattiis qabsa’uu gaafata galatoomi.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Tag Cloud

%d bloggers like this: